Fayyadamaa[Apps] Afaan Oromoo
OROMO ICTn Guddina Afaan Oroomootiifi Tajaajila Hawaasa isaa gara Teekinoolojiitti fiduuf sababoota rakkoolee tokko tokkootiin walqabatee gahee hanga nurraa eegamu bahuu dadhabnus, Hanga Humni, qabeenyiifi Ogummaan keenya nuuf hayyametti osoo of duuba hin jedhin imala jalqabne itti fufaa jirra, Kinoo Fayyamaalee[Apps] Mobile hedduu kan mobile irratti hawaasni fayyadamuun Afaan barachuu fi kkf hawaasa tajaajilan hedduu hojjachaati jirra.
OROMO ICT Fayyadama[Apps] Mobile adda addaa keessattuu Afaan Oromootiin hojjatee bilisaan hawaasa isaatiif gadi lakkisa. Apps kunneenis:
- Barnootaaf kan oolan
- Bashannanaaf
- Daldalaafi kkf
Haaluma kanaan dhuunfaasi ta’ee dhaabbataaf ni hojjanna.
OROMO ICTn Fayyadamaa[Appn] Mobile hedduu hojjatee AFAAN OROMOOtiin dhiyeessaa jira. Isaan keessaa muraasni kanneen armaan gadiiti.
Fayyadamaa ykn Apps Armaan gadii kanneen namni barbaadu hidhaa/link jalatti argamu irraa buufachuu/naqachuu [download] gochuu danda'a.
>>Qubee
Fayyadamaa[App] Seerluga Afaan Oromoo barsiisu. Gadi buufachuuf[DOWNLOAD] gochuuf hidhaa/linkii armaan gadii cuqaasaa
>> Seerluga Afaan Oromoo
Fayyadamaa[App] Jechoota Hayyoota Oromoo, haala addaatiin qindeessee dhiyeessu, Gadi buufachuuf[DOWNLOAD] gochuuf hidhaa/linkii armaan gadii cuqaasaa
>> Jechoota Hayyoota Oromoo
Fayyadamaa[App] Qubee Afaan Oromoo SAGALEEdhaan barsiisu. Gadi buufachuuf[DOWNLOAD] gochuuf hidhaa/linkii armaan gadii cuqaasaa
>> Qubee Afaan Oromoo Sagaleen
Fayyadamaa[App] YAADANNOO[notes] Afaan Oromoo qabachuuf tajaajilu.Gadi buufachuuf[DOWNLOAD] gochuuf hidhaa/linkii armaan gadii cuqaasaa
>> Yaadannoo[Notes]
Fayyadamaa[App] Tajaajila Itiyootelekoom Afaan Oromootiin kennu. Gadi buufachuuf[DOWNLOAD] gochuuf hidhaa/linkii armaan gadii cuqaasaa
>> Itiyootelekoom
Fayyadamaa[App] AFOOLA Afaan Oromoo barsiisu. Gadi buufachuuf[DOWNLOAD] gochuuf hidhaa/linkii armaan gadii cuqaasaa
>> Afoola Oromoo
Fayyadamaa[App] Yaalii[Quiz] Afaan Oromoo qoru. Gadi buufachuuf[DOWNLOAD] gochuuf hidhaa/linkii armaan gadii cuqaasaa
>> Yaalii[Quiz]
Fayyadamaa[App] CIIGOO Afaan Oromoo barsiisu. Gadi buufachuuf[DOWNLOAD] gochuuf hidhaa/linkii armaan gadii cuqaasaa
>> Ciigoo Afaan Oromoo
Hubachiisa 1: Apps tokko tokko kan hin haaromin ykn dogoggora qabu jiraachuu mala, kanas hubattanii App dhuma sana irraa gama yaada kenni jedhuun Yaada keessan nuuf ergitanii akka sirreessinu gochuu hin dagatinaa. Hubachiisa 2: Apps tokko tokko immoo kan waggaan dura hojjatamaniif hin haaromin ykn seeraan hin hojjatamin [Poor in design and content] jiran immoo sababa GOOGLE ACCOUNT Keenya isa dura App sana gadi lakkifneen waan nu jalaa cufameef osoo hin haaromin[not updated] hafee jira.
HORAA BULAA DEEBANAA OROMO ICT [sgmb id="2"]